Sagantaa Torban Caamsaa 11 Jalqabu
TORBAN CAAMSAA 11 JALQABU
Faarfannaa 49 Fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cf boq. 4 key. 19-24, saanduqa ful. 52 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: 2 Sam. 4-8 (Daq. 8)
Lakk. 1: 2 Sam. 6:14-23 (Daq. 3 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Namni Tokko Yeroo Duʼu Maal Taʼa?—igw ful. 18 key. 1-3 (Daq. 5)
Lakk. 3: Karaa Jechi “Lubbuu” Jedhu Macaafa Qulqulluu Keessatti Itti Hojjetame—bh ful. 208 key. 1-6 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
YAADA IJOO JIʼICHAA: Namoonni hundi dhugaa beekuu bira akka gaʼan gargaaraa.—1 Xim. 2:3, 4.
Daq. 10: Namoonni Hundi Dhugaa Beekuu Bira Akka Gaʼan Gargaaraa. Haasaa yaada ijoo jiʼichaa irratti hundaaʼee dhihaatu. (Masaraa Eegumsaa, Sadaasa 15, 2013, ful. 11-12, key. 8 ilaali.) Ximotewos Isa Duraa 2:3, 4 fi 1 Qorontos 9:19-23 dubbisaatii irratti mariʼadhaa. Kutaawwan Walgaʼii Tajaajilaa, jiʼicha keessatti dhihaatan tokko tokko ibsi; akkasumas yaada ijoo jiʼichaa wajjin akkamitti akka wal qabatan ibsi.
Daq. 20: “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Nama Qooqa Kan Biraa Dubbatuuf Lallabuu.” Mareedhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni gabaabaan babalʼisaan tokko buukleetii Guud Niiwus foor Piippilsi oov Ool Neeshins jedhamutti fayyadamee, nama tajaajila manaa gara manaa irratti argate tokkoof yeroo lallabu argisiisu akka dhihaatu godhi.
Faarfannaa 15 Fi Kadhannaa