Sagantaa Torban Waxabajjii 1 Jalqabu
TORBAN WAXABAJJII 1 JALQABU
Faarfannaa 48 Fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cf boq. 5 key. 16-20, saanduqa ful. 64 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: 2 Sam. 16-18 (Daq. 8)
Lakk. 1: 2 Sam. 17:14-20 (Daq. 3 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Guyyaan Firdii Maalidha?—bh ful. 213-215 (Daq. 5)
Lakk. 3: Qabeenya Keetti Sirriitti Fayyadamuu Kan Dandeessu Akkamitti?—igw ful. 21 key. 1-4 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
YAADA IJOO JIʼICHAA: Namoonni hundi dhugaa beekuu bira akka gaʼan gargaaraa.—1 Xim. 2:3, 4.
Daq. 10: Jiʼa Waxabajjiitti Barruulee Raabsuu. Mareedhaan kan dhihaatu. Jalqaba hojiin argisiisni akkaataawwan dhiheenyaa fuula kana irra jiru lamaanitti fayyadamuudhaan barruulee yeroo kennan argisiisu akka dhihaatu godhi. Achii akkaataawwan dhiheenyaa kana jalqabaa hanga dhumaatti irratti mariʼadhaa.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq. 10: Faayidaa Akkamii Arganne? Mareedhaan kan dhihaatu. Faayidaa mata duree, “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Nama Qooqa Kan Biraa Dubbatuuf Lallabuu” jedhu hojii irra oolchuudhaan argatan akka dubbatan babalʼistoota afeeri. Muuxannoo gaarii argatan akka dubbatan dhaggeeffattoota afeeri.
Faarfannaa 25 Fi Kadhannaa