LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/15 ful. 2
  • Sagantaa Torban Waxabajjii 15 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Waxabajjii 15 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN WAXABAJJII 15 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2015
km 6/15 ful. 2

Sagantaa Torban Waxabajjii 15 Jalqabu

TORBAN WAXABAJJII 15 JALQABU

Faarfannaa 52 Fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cf boq. 6, key. 10-18 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Sam. 22-24 (Daq. 8)

Lakk. 1: 2 Sam. 22:21-32 (Daq. 3 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Angafa Ergamootaa Kan Taʼe Mikaaʼel Eenyu dha?—bh 218-219 (Daq. 5)

Lakk. 3: Jaalallii Fi Abboomamuun Gammachuu Argamsiisa—igw ful. 22 key. 4-6 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Yaada Ijoo Jiʼichaa: “Guyyoota durii yaadadhu.”—Kes. 32:7.

Faarfannaa 41

Daq. 12: Namoota Macaafa Qulqulluu Keessatti Ibsaman Keessaa Eenyuun Caalaatti Jaallatta? Gaafannoo fi haasaadhaan kan dhihaatu. Ijoollee gumii keessatti argaman lama ykn sadiif gaafannoo gochuudhaan jalqabi. Namoota Macaafa Qulqulluu keessatti ibsaman keessaa eenyuun caalaatti jaallatu? Akka Macaafni Qulqulluun jedhutti namni sun maal godhe ykn maal goote? Fakkeenya nama sanaa hordofuu kan barbaadan karaa kamiini? Achiis, ijoolleen kaardii namoota Macaafa Qulqulluu keessatti ibsaman qabatee fi jw.org irratti argamutti fayyadamuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe ibsi. (Amaariffaan ni argama. jw.org/am irraa የመጽሐፍ ቅዱስ ትምህርቶች > ልጆች jedhu jala ilaali.) Tokkoon tokkoon kaardii kanaa, waaʼee nama sanaa, fakkii nama sanaa, kaartaa iddoo inni jiraate argisiisu, bara inni itti jiraate, akkasumas waaʼee nama sanaa gaaffii fi deebii sadii kan qabate dha. Kaardiin kun maxxanfachuu fi walitti qabachuun akka dandaʼamutti kan qophaaʼe dha. Warri ijoollee isaanii waaʼee “guyyoota durii” barsiisuuf kaardii kanatti akka fayyadaman jajjabeessi.—Kes. 32:7.

Daq. 18: “Babalʼistoota Muuxannoo Qaban Irraa Barachuu.” Mareedhaan kan dhihaatu. Keeyyata lama irratti yeroo mariʼattan, babalʼistoota muuxannoo qabanii wajjin yeroo tajaajilanitti kan fayyadaman akkamitti akka taʼe akka dubbatan dhaggeeffattoota afeeri.

Faarfannaa 4 Fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi