LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/15 ful. 4
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2015
Tajaajila Mootummaa—2015
km 6/15 ful. 4

Beeksisa

◼ Waxabajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? ykn tiraaktota armaan gadii keessaa tokko: Macaafa Qulqulluudhaaf Ilaalcha Akkamii Qabda? (T-30), Yeroo Gara Fuulduraatiif Ilaalcha Akkamii Qabda? (T-31), Maatiin Gammachuu Akka Argatu Kan Godhu Maalidha? (T-32), Addunyaa Kana Kan Toʼatu Eenyudha? (T-33), Rakkinni Ni Badaa? (T-34), Namoonni Duʼan Deebiʼanii Jiraachuu Dandaʼuu? (T-35), Mootummaan Waaqayyoo Maalidha? (T-36), Gaaffiiwwan Gurguddaa Jireenya Keessatti Nu Mudataniif Eessaa Deebii Argachuu Dandeenya? (T-37), Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa? (kt). Adoolessaa fi Hagayya: Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe. Fulbaana: Barruulee Masaraa Eegumsa fi Dammaqaa!

◼ Xumura jiʼaa irratti gabaasa tajaajilaa keessan yeroo deebistan tiraaktonnii fi waraqaaleen afeerrii namootaaf kennamanis taʼe warra mana hin jirreef kaaʼaman, kutaa “Birooshurootaa fi Tiraaktota” jedhu jalatti guutamuudhaan gabaafamuu qabu. Namni tokko fedhii yoo qabaatee fi tiraaktii dabalatee barreeffama kam iyyuu yoo fudhate, fedhiin isaa akka guddatuuf deebinee gaafachuuf carraaqqii gochuu qabna.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi