LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/15 ful. 4
  • Sagantaa Torban Adoolessa 6 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Adoolessa 6 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ADOOLESSA 6 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2015
km 6/15 ful. 4

Sagantaa Torban Adoolessa 6 Jalqabu

TORBAN ADOOLESSA 6 JALQABU

Faarfannaa 32 Fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cf boq. 7, key. 9-16 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: 1 Mot. 7-8 (Daq. 8)

Lakk. 1: 1 Mot. 8:27-34 (Daq. 3 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Yesus Kan Dhalate Jiʼa Muddeetti Turee?—bh 221-222 (Daq. 5)

Lakk. 3: Dhiphina Moʼuu Kan Dandeessu Akkamitti?—igw ful. 24 key. 1-3 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Yaada Ijoo Jiʼichaa: “Guyyoota durii yaadadhu.”—Kes. 32:7.

Faarfannaa 11

Daq. 10: Jiʼa Adoolessaatti Barruulee Raabsaa. Mareedhaan kan dhihaatu. Jalqaba, akkaataawwan dhiheenyaa fuula kana irra jiran lamaanitti fayyadamuudhaan hojiin argisiisni akka dhihaatu godhi. Achii, akkaataawwan dhiheenyaa kana jalqabaa hanga xumura isaatti irratti mariʼadhaa.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Daq. 10: Faayidaa Akkamii Arganne? Mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni mata duree, “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Birooshura Misiraachoo Jedhamutti Fayyadamuudhaan Balbaluma Irratti Qayyabannaa Jalqabsiisuu.” jedhu hojii irra oolchuudhaan akkamitti akka fayyadaman akka dubbatan afeeri. Akkasumas muuxannoo gaarii argatan akka dubbatan gaafadhu.

Faarfannaa 51 Fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi