LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/15 ful. 3
  • Sagantaa Torban Adoolessa 27 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Adoolessa 27 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ADOOLESSA 27 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2015
km 7/15 ful. 3

Sagantaa Torban Adoolessa 27 Jalqabu

TORBAN ADOOLESSA 27 JALQABU

Faarfannaa 18 Fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cf boq. 8, key. 10-17 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: 1 Mot. 15-17 (Daq. 8)

Lakk. 1: 1 Mot. 15:16-24 (Daq. 3 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Macaafni Qulqulluun Haadhotii Manaa Gargaaruu Kan Dandaʼu Akkamitti?—igw ful. 26 key. 3-4 (Daq. 5)

Lakk. 3: Dargaggootaa—Fedhii Yihowaa Tajaajiluuf Qabdan Guddifadhaa—w10 4/15 ful. 3 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Yaada Ijoo Jiʼichaa: ‘Dhaqaa bartoota koo godhaa.’—Mat. 28:19, 20.

Faarfannaa 32

Daq. 10: Dandeettii Tajaajila Irratti Qabdan Guddifachaa Jirtuu? Mareedhaan kan dhihaatu. Tajaajila Mootummaa Guraandhala 2014 isa kaayyoo mata dureewwan walitti aansee baʼanii fi “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu” jedhan ibsu jalaa keeyyata jalqabaa ibsi. Mata dureewwan kanaan dura dhihaatan tokko tokko gabaabsii ibsi. Mata dureewwan walitti aansuudhaan baʼan kana irraa faayidaa akkamii akka argatan akka dubbatan dhaggeeffattoota afeeri. Yaada mata duree xiqqaa, “Jiʼa Kanatti Akkas Gochuuf Yaali” jedhu jalatti kenname hojii irra oolchuudhaan mata dureewwan jiʼa jiʼaan baʼan hundaaf xiyyeeffannaa addaa akka kennan jajjabeessi.

Daq. 10: Namoota Macaafa Qulqulluu Qayyabsiistan Gargaaruuf, Buukleetii “Dubbii Waaqayyoorraa Barachuu” jedhamutti Fayyadamaa. Mareedhaan kan dhihaatu. Namni qayyabsiisnu Macaafa Qulqulluutti akka gaariitti akka fayyadamu gargaaruuf mata dureewwan armaan gadiitti fayyadamuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe haa ilaallu: (1) “Akkaataa Caqasa Macaafa Qulqulluu Baafachuu Itti Dandeessu.” (2) Gaaffii 19: “Kitaabonni Macaafa Qulqulluu ergaa akkamii qabataniiru?” (3) Gaaffii 20: “Dubbisa Macaafa Qulqulluu keerraa faayidaa argachuu kan dandeessu akkamitti?” Hojiin argisiisni gabaabaan babalʼisaan tokko nama Macaafa Qulqulluu qayyabsiisu qayyabannaa isaanii erga xumuranii booda mata dureewwan kana keessaa tokko irratti ennaa mariisisu argisiisu akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: “Meeshaalee Tajaajilaa.” Gaaffii fi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 43 Fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi