LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/15 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2015
Tajaajila Mootummaa—2015
km 7/15 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Gabaasni Itoophiyaa Muddee 2014⁠tti dhihaatee fi nama gammachiisu wantoota armaan gadii kan dabalatu dha: Obboloonnii fi obboleettonni gumiiwwan Finfinnee garaa garaatii dhufan 27 afaan mallattoo kan baratan siʼa taʼu, jiʼa Muddeetti eebbifamaniiru. Obboloonni kun carraaqqii ergaa Mootummichaa namoota dhagaʼuu hin dandeenye baayʼeedhaan gaʼuuf godhamu irratti gumaacha guddaa akka godhan abdanna.

Jiʼuma sana keessatti, Manni Barumsaa Jaarsolii Gumiis geggeeffamee ture. Jaarsoliin gumii 104 taʼan leenjii tiʼookraasii kana irraa akka fayyadaman ennaa ibsinu gammachuutu nutti dhagaʼama. Leenjiin argatan kun itti gaafatamummaa gumii isaanii keessatti qaban ennaa raawwatan akka isaan gargaaru amantii qabna.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi