LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/15 ful. 4
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2015
Tajaajila Mootummaa—2015
km 8/15 ful. 4

Beeksisa

◼ Hagayya: Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe. Fulbaanaa fi Onkoloolessa: Barruulee Masaraa Eegumsaa fi Dammaqaa! Sadaasa: Kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamuu fi tiraaktota armaan gadii keessaa tokko: Macaafa Qulqulluudhaaf Ilaalcha Akkamii Qabda? (T-30), Yeroo Gara Fuulduraatiif Ilaalcha Akkamii Qabda?(T-31), Maatiin Gammachuu Akka Argatu Kan Godhu Maalidha?(T-32), Addunyaa Kana Kan Toʼatu Eenyudha? (T-33), Rakkinni Ni Badaa? (T-34), Namoonni Duʼan Deebiʼanii Jiraachuu Dandaʼuu? (T-35), Mootummaan Waaqayyoo Maalidha? (T-36).

◼ Haasaan sabaa daawwattoonni ol aanaa aanaa Fulbaanaa jalqabee dhiheessan mata dureen isaa “Karaan Waaqayyoo Dhuguma Faayidaa Qabaa?” kan jedhu taʼa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi