LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/15 ful. 4
  • Sagantaa Torban Fulbaana 7 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Fulbaana 7 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN FULBAANA 7 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2015
km 8/15 ful. 4

Sagantaa Torban Fulbaana 7 Jalqabu

TORBAN FULBAANA 7 JALQABU

Faarfannaa 18 Fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cf boq. 10, key. 11-17 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Mot. 12-15 (Daq. 8)

Lakk. 1: 2 Mot. 13:12-19 (Daq. 3 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Wanta Warra Kaanitti Tolu Ilaaluu—w08 2/15 ful. 10, key. 18–ful. 11, key. 21 (Daq. 5)

Lakk. 3: Caaffanni Qulqullaaʼoon Afaan Giriikii (Kakuu Haaraan) Ergaa Akkamii Qabataniiru?—igw ful. 31 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Yaada Ijoo Jiʼichaa: “Anii fi maatiin koo Yihowaa tajaajilla.” —Iya. 24:15, NW.

Faarfannaa 11

Daq. 10: Buʼaa Akkamii Arganne? Mareedhaan kan dhihaatu. Babalʼistoonni mata duree, “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Babalʼistoota Haaraa Leenjisuu” jedhu hojii irra oolchuudhaan faayidaa akkamii akka argatan akka dubbatan afeeri. Akkasumas muuxannoo gaarii argatan akka dubbatan gaafadhu.

Daq. 10: Maatiiwwan, Walgaʼii Gumii Irratti Argamuu Barsiifata Godhattaniittuu? Haasaa Ibroota 10:24, 25 irratti hundaaʼee dhihaatu. Maatii ijoollee qabuuf gaafannoo godhi. Mataan maatii walgaʼiiwwaniif dursi akka kennamuu gochuu kan dandaʼu akkamitti? Tokkoon tokkoon miseensota maatii maatichi yeroo hunda walgaʼiiwwan irratti akka argamu gumaacha kan godhan akkamitti? Yaada kennuuf kan qophaaʼan yoomi? Walgaʼiiwwan irratti argamuuf aarsaawwan akkamii kaffalu? Hundumtuu yeroo hundumaa walgaʼiiwwan irratti akka argamanii fi hirmaannaa akka godhan jajjabeessuudhaan xumuri.

Daq. 10: Firoottan Keessan Gidduutti Sanyii Dhugaa Macaafa Qulqulluu Facaasuu Ni Dandeessuu? (HoE. 10:24, 33, 48) Kitaaba Waggaa 2015 (Ingiliffa) fuula 87, keeyyata 1-2, akkasumas fuula 90, keeyyata 1-3 irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Obboloonni barumsa argatan akka dubbatan afeeri.

Faarfannaa 21 Fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi