LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/15 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2015
Tajaajila Mootummaa—2015
km 8/15 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Dhuma jiʼa Bitootessaa irratti duula jiʼa sadii naannoowwan waajjira damee keenyaaf haaraa taʼanii fi yeroo baayʼee itti hin hojjetamne keessatti dhugaa baʼuuf gochaa turre xumurreerra. Obboloota biyya alaatii dhufan 15 dabalatee obboloonnii fi obboleettonni 376 taʼan duula kana irratti hirmaataniiru. Walumaa galatti, naannoowwan 139 taʼan kan hojjetaman siʼa taʼu, isaan keessaa naannoowwan 23 yeroo jalqabaatiif hojjetaman. Yeroo duulaa kanatti, akka gaaritti dhugaa baʼuun dandaʼameera, hinaaffaan obboloonni hedduun tajaajilaaf qaban dabaleera, akkasumas namoonni hedduun Macaafa Qulqulluu qayyabachuu jalqabaniiru. Obboloonni duulicha irratti hirmaatan sochiin isaan godhan eebbawwan gammachiisoo akka isaaniif argamsiise dubbataniiru. Yihowaan hojii makaraa “saffisiisaa” waan jiruuf, dhuguma iyyuu namoonni hojicha irratti hirmaatan hedduun ni barbaachisu.—Isa. 60:22, NW.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi