LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/15 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2015
Tajaajila Mootummaa—2015
km 10/15 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Biyya keenyatti namoonni Ayyaana Yaadannoo Ebla 3, 2015⁠tti kabajame irratti argaman 25,323 taʼuu isaanii yommuu isin beeksisnu gammachuutu nutti dhagaʼama. Afeerraan kun magaalota baadiyyaa fagoo jiran bira illee gaʼee kan ture siʼa taʼu, namoonni haaraa hedduun fedhii qaban ayyaana kana irratti argamuu isaanii arguun baayʼee nama gammachiisa. Magaalaa Geedootti carraaqqii qajeelchitoonni addaa lama qofti godhaniin namoonni 307 taʼan Ayyaana Yaadannoo irratti argamaniiru! Haaluma wal fakkaatuun magaalaa Hagara Salaamitti carraaqqii qajeelchitoonni addaa lama qofti godhaniin namoonni 200 taʼan ayyaana kana irratti argamaniiru. Maajii kibba fagoo naannoo Oomootti argamutti Ayyaanni Yaadannoo yeroo jalqabaatiif kan kabajame siʼa taʼu, namoonni 50 taʼan ayyaana kana irratti argamaniiru. Gumiin babalʼistoota 30 qabu kan biraanis namoonni 327 Ayyaana Yaadannoo irratti argamuu isaanii gabaaseera. Kun gara fuulduraatti guddinni dabalataa akka jiru kan argisiisu dha! Gabaasni olitti ibsame kun ‘hojii gooftaa caalchisnee hojjechuu’ akka qabnu kan argisiisu dha.—1 Qor. 15:58.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi