LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/15 ful. 1
  • Sagantaa Torban Sadaasa 9 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Sadaasa 9 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN SADAASA 9 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2015
km 11/15 ful. 1

Sagantaa Torban Sadaasa 9 Jalqabu

TORBAN SADAASA 9 JALQABU

Faarfannaa 3 fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cf boq. 13, key.9-17 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: 1 Sen. 21-25 (Daq. 8)

Lakk. 1: 1 Sen. 23:1-11 (Daq. 3 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Elsaaʼii Irraa Maal Baranna?—w13 8/15 ful. 28 key. 1–ful. 29 key. 4 (Daq. 5)

Lakk. 3: Namoonni Ajajamoon Jireenya Barabaraa Akka Argatan Isaaniif Mirkaneeffameera—td 25A

Walgaʼii Tajaajilaa:

Yaada Ijoo Jiʼichaa: “Ani nan dhaabe, Apholos bishaan obaase, Waaqayyo garuu in guddise.”—1 Qor. 3:6.

Faarfannaa 44

Daq. 10: “Ani Nan Dhaabe, Apholos Bishaan Obaase, Waaqayyo Garuu In Guddise.” Haasaa yaada ijoo jiʼichaa irratti hundaaʼe. (1 Qor. 3:6) Yeroon ni gaʼa taanaan qabxiiwwan Masaraa Eegumsaa Bitootessa 1, 1993 (Amaariffa), fuula 20-23 irra jiran dabalii dhiheessi. Kutaawwan Walgaʼii Tajaajilaa jiʼa kanatti fudhataman tokko tokkoo fi akkaataa isaan yaada ijoo jiʼichaa wajjin itti wal qabatan gabaabsii ibsi.

Daq. 20: “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu Raabsuu.” Mareedhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni lama akka dhihaatu godhi; inni tokko yaadawwan mata duricha keessatti dhihaatanitti fayyadamuudhaan, inni lammaffaan immoo akkaataa dhiheenyaa dhuunfaatti buʼa qabeessa taʼee argame fayyadamuudhaan haa dhihaatu.

Faarfannaa 12 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi