Sagantaa Torban Sadaasa 23 Jalqabu
TORBAN SADAASA 23 JALQABU
Faarfannaa 21 fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cf boq. 14 key. 1-9 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: 2 Sen. 1-5 (Daq. 8)
Lakk. 1: 2 Sen. 3:14–4:6 (Daq. 3 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Henok—Nama ‘Waaqayyoon Gammachiise’—w06 10/1 ful. 18 key. 13-15 (Daq. 5)
Lakk. 3: Namoota Lakkoofsisaanii Hin Daangeffamneefi “Hoolota Kan Biraa” Taʼaniif Abdiin Lafarra Jiraachuu Kennameera—td 25C (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Yaada Ijoo Jiʼichaa: “Ani nan dhaabe, Apholos bishaan obaase, Waaqayyo garuu in guddise.”—1 Qor. 3:6.
Daq. 10: “Karaa Buʼa Qabeessa Taʼeen Barsiisuuf, Qophiin Barbaachisaa Dha.” Haasaadhaan kan dhihaatu.
Daq. 10: Amalli Gaariin Sanyii Dhugaa Facaasuuf Karaa Bana. Kitaaba Waggaa 2015 (Ingiliffa), fuula 49, keeyyata 3 hanga fuula 51, keeyyata 3, akkasumas fuula 140, keeyyata 3 hanga fuula 141, keeyyata 3 irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa argatan akka dubbatan afeeri.
Daq. 10: “Bifawwan Adda Addaa Kitaabni Barumsa Macaafa Qulqulluu Qabutti Karaa Buʼa Qabeessa Taʼeen Fayyadamaa.” Mareedhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni gabaabaan akka dhihaatu godhi.
Faarfannaa 42 fi Kadhannaa