Beeksisa
◼ Barreeffamoota raabsaman Sadaasaa fi Muddee: Kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamu ykn tiraaktota armaan gadii keessaa tokko: Macaafa Qulqulluudhaaf Ilaalcha Akkamii Qabda? (T-30), Yeroo Gara Fuulduraatiif Ilaalcha Akkamii Qabda? (T- 31), Maatiin Gammachuu Akka Argatu Kan Godhu Maalidha? (T-32), Addunyaa Kana Kan Toʼatu Eenyudha? (T-33), Rakkinni Ni Badaa? (T- 34), Namoonni Duʼan Deebiʼanii Jiraachuu Dandaʼuu? (T-35), Mootummaan Waaqayyoo Maalidha? (T-36). Amajjii fi Guraandhala: Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe!, Waaqayyoon Dhaggeeffadhu ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu.