LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/15 ful. 4
  • Sagantaa Torban Sadaasa 30 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Sadaasa 30 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN SADAASA 30 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2015
km 11/15 ful. 4

Sagantaa Torban Sadaasa 30 Jalqabu

TORBAN SADAASA 30 JALQABU

Faarfannaa 21 fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cf boq. 14 key. 10-16 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Sen. 6-9 (Daq. 8)

Lakk. 1: 2 Sen. 6:22-27 (Daq. 3 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Tokkummaan Gaaʼelaa Ulfinaan Qabamuu Qaba—td 26A (Daq. 5)

Lakk. 3: Ephaafraas—Obboloota Keessaniif Kadhadhaa—w13 11/15 ful. 6 key. 15-16; w08 2/15 ful. 3 key. 6–ful. 4 key. 8 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Yaada Ijoo Jiʼichaa: “Ani nan dhaabe, Apholos bishaan obaase, Waaqayyo garuu in guddise.”—1 Qor. 3:6.

Faarfannaa 48

Daq. 10: Jiʼa Muddeetti Barruulee Raabsuu. Mareedhaan kan dhihaatu. Jalqaba, akkaataawwan dhiheenyaa fuula kana irra jiran lamaanitti fayyadamuudhaan hojiin argisiisni akka dhihaatu godhi. Achii, akkaataawwan dhiheenyaa kana jalqabaa hanga xumura isaatti irratti mariʼadhaa.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Daq. 10: Faayidaa Akkamii Arganne? Mareedhaan kan dhihaatu. Obboloonni mata duree, “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu Raabsuu” jedhu hojii irra oolchuudhaan faayidaa akkamii akka argatan akka dubbatan afeeri. Akkasumas, muuxannoo gaarii argatan akka dubbatan gaafadhu.

Faarfannaa 141 fi Kadhannaa

Hubachiisa: Gumichi faarfannaa haaraa kana faarfachuu isaa dura, al tokko muuziqaa faarfannichaa guutummaa isaa dhageessisaa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi