LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/15 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2015
Tajaajila Mootummaa—2015
km 11/15 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Waggaa kana Itoophiyaa keessatti hanga ammaatti gumiiwwan haaraan afurii fi tuutawwan saddeet hundeeffamuu isaanii yommuu isin beeksifnu gammachuu guddaatu nutti dhagaʼama. Yeroo ammaatti guutummaa biyyattii keessa gumiiwwan 217 kan jiran yommuu taʼu, isaan keessaa 70⁠ni Finfinnee keessatti argamu. Haa taʼu malee amma iyyuu misiraachicha babalʼisuuf hojii hojjetamuu qabu hedduutu jira. Yihowaan namoota humna qabaniin ulfina isaaf argamsiisuuf carraaqqii godhan hunda hojii isaan hojjetan akka isaaniif eebbisu ni abdanna.

Kana malees, warra qaro dhabeeyyii taʼan gargaaruuf Bireeyilii Amaariffaatiin yeroo jalqabaatiif barreeffamoonni baʼuu isaanii yommuu isin beeksifnu gammachuu guddaatu nutti dhagaʼama. Qophiin kun namoota raajiin Isaayaas 35:5 irratti dubbatame raawwatamuu isaa eeggataniif karaa hafuuraa ija isaanii akka isaaniif banu ni abdanna.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi