LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/15 ful. 1
  • Sagantaa Torban Muddee 7 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Muddee 7 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MUDDEE 7 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2015
km 12/15 ful. 1

Sagantaa Torban Muddee 7 Jalqabu

TORBAN MUDDEE 7 JALQABU

Faarfannaa 5 fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cf boq. 14, key. 17-21, saanduqa ful. 175 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Sen. 10-14 (Daq. 8)

Lakk. 1: 2 Sen. 13:13-22 (Daq. 3 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Ephafrodixos—“Warra Dhiphatan Jajjabeessaa”—w10 6/15 ful. 12, key. 10–ful. 13, key. 12 (Daq. 5)

Lakk. 3: Kiristiyaanonni Seera Buʼuuraa Matummaa Ilaalchisee Kenname Kabajuu Qabu—td 26B (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Yaada Ijoo Jiʼichaa: “Gidiraa baayʼee keessa darbuudhaan mootummaa Waaqayyootti galuun nuuf in taʼa.”—HoE. 14:22.

Faarfannaa 26

Daq. 10: “Gidiraa Baayʼee Keessa Darbuudhaan Mootummaa Waaqayyootti Galuun Nuuf In Taʼa.” Haasaa yaada ijoo jiʼichaa irratti hundaaʼee dhihaatu. Hojii Ergamootaa 14:21, 22 fi 1 Phexros 4:12-14 dubbisaatii irratti mariʼadhaa. (Masaraa Eegumsaa Fulbaana 15, 2014, ful. 13, key. 3-6 ilaali.) Kutaawwan Walgaʼii Tajaajilaa, jiʼicha keessatti dhihaatan tokko tokko gabaabsii ibsi; akkasumas, yaada ijoo jiʼichaa wajjin akkamitti akka wal qabatan ibsi. Walgaʼii Tajaajilaa torban itti aanuuf yeroo qophaaʼan viidiyoo ‘Amantiidhaan Malee Ijaan Arguudhaan Hin Jiraatinaa’ (Ingiliffa) jedhamu akka ilaalan hunda isaanii jajjabeessi.

Daq. 10: Deebii Deebisuu Kan Qabdan Akkamitti? (Qol. 4:6) Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 69, keeyyata 1-3 irratti hundaaʼee haasaadhaan kan dhihaatu. Akkaataan dhiheenyaa sirrii taʼee fi akkaataan dhiheenyaa sirrii hin taane akka dhihaatu godhi. Akkaataa dhiheenyaa isa jalqabaa irratti, babalʼisichi nama dubbii gaarii hin taane dubbate tokkoof deebii itti hin yaadamne kan deebisu siʼa taʼu, buʼaa gaarii hin argatu. Isa itti aanu irratti immoo, babalʼisichi namni inni haasofsiisu dubbii gaarii hin taane kan dubbatu taʼus, xiqqoo erga yaadee booda gaarummaadhaan deebii kenna; namni inni haasofsiisus ergicha ni fudhata.

Daq. 10: “Fakkeenya Raajotaa Hordofaa—Anbaaqom.” Gaaffii fi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 14 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi