LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Amajjii ful. 4
  • Amajjii 11-17

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amajjii 11-17
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Amajjii ful. 4

Amajjii 11-17

2 SEENAA 33-36

  • Faarfannaa 35 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gadi)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Garaadhaa Qalbii Geddarachuudhaaf Iddoo Guddaa Kenna”: (Daq. 10)

    • 2Sen 33:2-9, 12-16—Minaaseen garaadhaa qalbii waan geddarateef dhiifama argateera (w05-AM 12/1 21 key. 6)

    • 2Sen 34:18, 30, 33—Kitaaba Qulqulluu dubbisuu fi irratti xiinxaluun jijjiirama guddaa nu irratti fiduu dandaʼa (w05-AM 12/1 21 key. 11)

    • 2Sen 36:15-17—Gara laafinnii fi obsi Yihowaa akka laayyootti ilaalamuu hin qabu (w05-AM 12/1 21 key. 8)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • 2Sen 33:11—Yommuu Minaaseen gara Baabilonitti geeffame raajii isa kamtu raawwatame? (it-1-E 62 key. 2)

    • 2Sen 34:1-3—Fakkeenya Yosiyaas irraa jajjabina akkamii argachuu dandeenya? (w05-AM 12/1 21 key. 7)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: 2Sen 34:22-33 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gadi) Mata duree Masaraa Eegumsaa jiʼichaa itti argisiisi. Deddeebii gaaffiidhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gadi) Nama mata duree Masaraa Eegumsaa jiʼichaa irratti hundaaʼuudhaan haasofsiisnee fi deebii gaarii kenneef deddeebii gaaffiin akkamitti akka godhamu hojiin argisiisaan dhiheessi. Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gadi) Yommuu qoʼannaan geggeeffamu hojiin argisiisaan dhiheessi. (bh 9-10 key. 6-7)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 21

  • Yaada Garaa Geddarachuun Barbaachisaa Dha: (Daq. 10) Haasaa jaarsa gumiidhaan dhihaatu. (w06 11/15 27-28 key. 7-9)

  • Waliif Dhiisaa: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Michuu Yihowaa Taʼi jedhamu keessaa Dhiifama Godhi kan jedhu taphachiisi. (jw.org/om baniitii kutaa VIDIYOO > MICHUU YIHOWAA TAʼI jedhu jala ilaali.) Achiis, ijoolleen barumsa akkamii akka argatan yaada akka kennan afeeri.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: cf boq. 16 key. 7-14 (Daq. 30)

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 35 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi