LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Guraandhala ful. 7
  • Guraandhala 29–Bitootessa 6

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 29–Bitootessa 6
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Guraandhala ful. 7

Guraandhala 29–Bitootessa 6

Asteer 1-5

  • Faarfannaa 3 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Asteer Saba Waaqayyootiif Jecha Tarkaanfii Fudhatteetti”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Asteer jedhamu taphachiisi.]

    • As 3:5-9—Haamaan saba Waaqayyoo balleessuu barbaadee ture (ia 150-151 key. 18-19)

    • As 4:11–5:2—Amantiin Asteer, sodaa ishiin duʼaaf qabdu irra kan caalu ture (ia 144 key. 2; 154-155 key. 24-26)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • As 2:15—Asteer amala gaarii kan qabduu fi kan of toʼattu taʼuu ishii kan argisiiste akkamitti? (w06-AM 3/1 9 key. 7)

    • As 3:2-4—Mordekaayi Haamaaniif sagaduu kan dide maaliif taʼuu dandaʼa? (ia 150 key. 18)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: As 1:1-15 (Daq. 4 ykn isaa gad)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gadi) Birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu jedhamu kenni. Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Nama birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu jedhamu fudhateef deddeebiin gaaffii yommuu godhamu hojiin argisiisaan dhiheessi; fuula 2-3 irratti mariʼadhaa. Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) Nama guyyaa jalqabaa birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu jedhamu fudhateef, birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhamu fuula 4-5 fayyadamuudhaan, yommuu qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu geggeeffamu hojiin argisiisaan dhiheessi. (km 7/12 3 key. 4)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 38

  • Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa: (Daq. 10)

  • Qophii Walgaʼii Haaraa Taʼee fi Barreeffama Qoʼannaa Irraa Faayidaa Akkamii Argachaa Jirtu?: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni walgaʼii haaraa kana irraa dhuunfaatti faayidaa akkamii akka argatan akka dubbatan afeeri. Caalaatti akka irraa fayyadamaniif qophii gaarii akka godhan hunduma isaanii jajjabeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: cf boq. 18 key. 19-23, saanduqa ful. 223 (Daq. 30)

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 149 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi