LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Bitootessa ful. 5
  • Bitootessa 21-27

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 21-27
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Bitootessa ful. 5

Bitootessa 21-27

Iyoob 6-10

  • Faarfannaa 38 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Iyoob Inni Amanamaan Dhiphina Isaa Ibse”: (Daq. 10)

    • Iyo 6:1-3, 9, 10, 26; 7:11, 16—Wanti namoonni yommuu dhiphatan dubbatan, dhugumaan wanta garaa isaanii keessa jiru taʼuu dhiisuu dandaʼa (w13 8/15 ful. 19 key. 7; w13 5/15 22 key. 13)

    • Iyo 9:20-22—Iyoob, inni amanamaa taʼes taʼuu baates Waaqayyo dhimma akka hin qabne isatti dhagaʼamee ture (w15-AM 7/1 12 key. 2)

    • Iyo 10:12—Qorumsi cimaan yeroo isa irra gaʼetti illee, Iyoob waaʼee Yihowaa wanta gaarii taʼe dubbata ture (w09 4/15 7 key. 18; w09 4/15 10 key. 13)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Iyo 6:14, NW—Iyoob jaalala amanamaa qabaachuun barbaachisaa taʼuu isaa kan ibse akkamitti? (w10 11/15 32 key. 20)

    • Iyo 7:9, 10; 10:21—Iyoob duʼaa kaʼuun akka jiru ni amana taanaan, yaada caqasoota kana irra jiru kan dubbate maaliifi? (w06-AM 3/15 14 key. 11)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Iyo 9:1-21 (Daq. 4 ykn isaa gad)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: wp16.2 16—Qophiin buusii gochuu jiraachuu isaa dubbadhu. (Daq. 2 ykn isaa gad)

  • Deddeebii Gaaffii: wp16.2 16—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 4 ykn isaa gad)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: fg barumsa 2 key. 6-8 (Daq. 6 ykn isaa gad)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 37

  • Yommuu Namoota Jajjabeessitan Hubannaa Qabaadhaa: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo jaarsoliin dhiheenya kana Mana Barumsaa Tajaajila Mootummaa irratti ilaalan taphachiisi. Achiis nama michuu isaa duʼaan dhabuu isaatiin gadde tokko akkamitti jajjabeessuun akka dandaʼamu ilaalchisee, obboloonni lamaan sun akkamitti fakkeenya gaarii akka taʼan yaada akka kennan afeeri.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: ia boq. 1 key. 14-27, irra deebii ful. 18 (Daq. 30)

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 52 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi