LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Ebla ful. 5
  • Iyoob Amanamummaa Eeguu Ilaalchisee Fakkeenya Taʼa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Iyoob Amanamummaa Eeguu Ilaalchisee Fakkeenya Taʼa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Balleessaa Malee Jiraachuu Koo Irraa hin Deebiʼu!”
    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa
  • Iyoob Maqaa Yihowaatiif Ulfina Guddaa Kenneera
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
  • Amanamummaadhaan Ni Deddeebina!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • Iyoob Yeroo Qorametti Amanamummaa Isaa Eegeera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Ebla ful. 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | IYOOB 28-32

Iyoob Amanamummaa Eeguu Ilaalchisee Fakkeenya Taʼa

Iyoob ulaagaa Yihowaan naamusaaf baase hordofuuf kutatee ture

31:1

  • Ija isaa ni toʼata ture; miira jaalalaatiin kan ilaalus haadha manaa isaa qofa ture

    Iyoobii fi haadha manaa isaa

Iyoob akkaataa namoota itti qabu irratti fakkeenya gaarii taʼa

31:13-15

  • Nama gad of qabu, haqa qabeessaa fi gara laafessa ture. Iddoon hawaasa keessatti qabanis taʼe haalli dinagdee isaanii maal iyyuu yoo taʼe namoota hundaaf kan yaadu ture

    Iyoob dargaggeessa tokkoo wajjin yommuu dubbatu

Iyoob ofittoo hin turre; kanaa mannaa arjaa ture

31:16-19

  • Namoota gargaarsi isaan barbaachisu ni gargaara ture

    Iyoob ija wayinii mucaa tokkoof yommuu kennu
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi