LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Ebla ful. 6
  • Ebla 25–Caamsaa 1

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 25–Caamsaa 1
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Ebla ful. 6

Ebla 25–Caamsaa 1

Iyoob 33-37

  • Faarfannaa 50 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Michuun Dhugaa Gorsa Nama Jajjabeessu Namaa Kenna”: (Daq. 10)

    • Iyo 33:1-5—Eliihuun Iyoobiif ulfina akka kennu argisiiseera (w95-AM 2/15 ful. 28 key. 5- ful. 29 key. 3)

    • Iyo 33:6, 7—Eliihuun nama gad of qabuu fi nama gaarii ture (w95-AM 2/15 ful. 28 key. 5-ful. 29 key. 3)

    • Iyo 33:24, 25—Eliihuun yommuu gorsa isaaf kennutti illee Iyoobiin jajjabeesseera (w11-AM 4/1 ful. 23 key. 3; w09 4/15 ful. 4 key. 8)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Iyo 33:24, 25—‘Fureen’ Eliihuun caqase maal taʼuu dandaʼa? (w11-AM 4/1 ful. 23 key. 3-5)

    • Iyo 34:36—Iyoob qorumsi kan isa irra gaʼe hanga maaliitti dha? Kuni hoo maal nu barsiisa? (w94-AM 11/15 ful. 17 key. 10)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Iyo 33:1-25 (Daq. 4 ykn isaa gad)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: Ittiin lixa akka fakkeenyaatti kennametti fayyadamuudhaan waraqaa afeerrii walgaʼii naannoo 2016 kenni. (Daq. 2 ykn isaa gad)

  • Deddeebii Gaaffii: fg barumsa 12 key. 4-5—Nama waraqaa afeerrii walgaʼii naannoo fudhateef deddeebiin gaaffii yommuu godhamu hojiin argisiisaan dhiheessi. Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 4 ykn isaa gad)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: jl barumsa 11—Barataan kee walgaʼii naannoo irratti akka argamu jajjabeessi. (Daq. 6 ykn isaa gad)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 25

  • “Yaadachiisawwan Walgaʼii Naannoo”: (Daq. 8) Haasaadhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Yaadachiisawwan Walgaʼii Naannoo jedhamu taphachiisi. Karoora guyyaa sadanuu walgaʼicha irratti argamuuf baafatan akka mirkaneeffatan hunduma isaanii jajjabeessi. Qophii gumichi waraqaa afeerrii walgaʼii naannoo raabsuuf godhe addeessi.

  • Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa: (Daq. 7)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: ia boq. 4 key. 1-15, saanduqa ful. 45 (Daq. 30)

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)

  • Kadhannaa 3 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi