LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Waxabajjii ful. 4
  • Waxabajjii 13-19

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 13-19
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Waxabajjii ful. 4

Waxabajjii 13-19

Faarfannaa 38-44

  • Faarfannaa 4 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Warra Dhukkubsatan ni Kunuunsa”: (Daq. 10)

    • Far 41:1, 2—Namoonni warra dadhaboodhaaf yaadan gammadoo dha (w15 12/15 24 key. 7; w91-AM 10/1 14 key. 6)

    • Far 41:3—Yihowaan nama qajeelaa dhukkubaan qabame ni kunuunsa (w08 9/15 5 key. 12-13)

    • Far 41:12—Abdiin yeroo gara fuulduraa ilaalchisee kenname namni dhukkubsate jabaatee akka dhaabatu isa gargaaruu dandaʼa (w15 12/15 27 key. 18-19; w08 12/15 6 key. 15)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Far 39:1, 2—Arraba keenya akkamitti toʼachuu qabna? (w09-AM 5/15 4 key. 5; w06-AM 5/15 20 key. 12)

    • Far 41:9—Yesuus, wanti Daawit irra gaʼe akka isa irratti raawwatame kan dubbate akkamitti? (w11 8/15 13 key. 5; w08 9/15 5 key. 11)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 42:6–43:5

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) g16.2 fuula jalqabaa

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) g16.2 fuula jalqabaa

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 2 key. 4-5—Viidiyoo jw.org/om irra jiruu fi Waaqayyo Maqaa Qabaa? jedhu beeksisuudhaan xumuri.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 32

  • Ija Kee Badhaasicharra Kaaʼadhu!: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. JW.ORG irraa viidiyoo Michuu Yihowaa Taʼi—Ija Kee Badhaasicharra Kaaʼadhu! (Faarfannaa 24) jedhamu itti argisiisi. (WANTOOTA QOPHAAʼAN > VIIDIYOO jalaa ilaali) Achiis gilgaala mata duree “Walbira Qabi: Jireenya Ammaa fi Isa Gara Fuulduraa” jedhutti fayyadamuudhaan gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa: Jannata keessatti jijjiiramawwan akkamiitu taʼa? Eebbawwan akkamii abdiidhaan eeggachaa jirta? Abdii qabdu irratti xiinxaluun kee jabaattee dhaabachuuf si gargaaruu kan dandaʼu akkamitti? (2Qo 4:18)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 7 key. 15-27, irra deebii ful. 76

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 6 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi