BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYO IRRAA ARGAMU | FAARFANNAA 38-44
Yihowaan Warra Dhukkubsatan ni Kunuunsa
Tajaajiltoonni Yihowaa amanamoon yeroo rakkinni isaan irra gaʼu hundatti Yihowaan akka isaan gargaaru ni amanu
- Daawit baayʼee dhukkubsatee ture 
- Daawit warra dadhabaniif akka yaadu argisiiseera 
- Daawit dinqiidhaan akka fayyu hin eegne; taʼus jajjabina, ogummaa fi gargaarsa argachuuf Yihowaa kadhateera 
- Yihowaan, Daawitiin nama amanamummaa isaa eegee jiraate godhee ilaaleera