LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Waxabajjii ful. 5
  • Waxabajjii 20-26

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 20-26
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Waxabajjii ful. 5

Waxabajjii 20-26

Faarfannaa 45-51

  • Faarfannaa 51 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Warra Garaan Isaanii Cabe hin Tuffatu”: (Daq. 10)

    • Far 51:1-4—Daawit Yihowaa irratti cubbuu hojjechuu isaatti gaabbeera (w93-AM 3/15 10-11 key. 9-13)

    • Far 51:7-9—Daawit gammachuu isaa deebisee argachuuf Yihowaan dhiifama isaaf gochuu qaba (w93-AM 3/15 12-13 key. 18-20)

    • Far 51:10-17—Daawit, Yihowaan nama garaa isaatii yaada geddarateef dhiifama akka godhu beeka ture (w15 6/15 14 key. 6; w93-AM 3/15 14-17 key. 4-16)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Far 45:4, (NW)—Dhugaa guddaan loluufii qabnu isa kami dha? (w14 2/15 5 key. 11)

    • Far 48:12, 13—Caqasoonni kun dirqama akkamii akka qabnu ibsu? (w15 7/15 9 key. 13)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 49:10–50:6

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) g16.2 12-13

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) g16.2 12-13

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 3 key. 1—Viidiyoo jw.org irra jiruu fi Macaafa Qulqulluu kan Barreessise Eenyu Dha? jedhamu beeksisuudhaan xumuri

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 44

  • “Mootummichi Waggaa 100 Lakkoofsiseera”: (Daq. 15) Viidiyoo Mootummichi Waggaa 100 Lakkoofsiseera jedhamu irratti hundaaʼee gaaffii fi deebiidhaan kan dhihaatu. (WANTOOTA QOPHAAʼAN > VIIDIYOO jalaa ilaali.) Akka seensaatti viidiyoo jw.org irra jiru kana kutaa “Barumsa Guyyaa Tokkotti Kenname” jedhu utuu hin dabalatin taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 8 key. 1-16

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 24 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi