LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Hagayya ful. 5
  • Hagayya 15-21

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 15-21
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Hagayya ful. 5

Hagayya 15-21

FAARFANNAA 102-105

  • Faarfannaa 19 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Biyyoo Taʼuu Keenya ni Yaadata”: (Daq. 10)

    • Far 103:8-12—Yihowaan ooʼa qabeessa waan taʼeef yommuu yaada geddarannu dhiifama nuuf godha (w13 6/15 20 key. 14; w12 7/15 16 key. 17)

    • Far 103:13, 14—Yihowaan hanqina keenya sirriitti beeka (w15 4/15 26 key. 8; w13 6/15 15 key. 16)

    • Far 103:19, 22—Dinqisiifannaan ooʼaa fi gara laafina Yihowaatiif qabnu ol aantummaa isaa deggeruuf nu kakaasuu qaba (w10 11/15 25 key. 5; w07 12/1 3 key. 1)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Far 102:12, 27—Yommuu gaddinu hariiroo Yihowaa wajjin qabnu irratti xiyyeeffachuun kan nu gargaaru akkamitti? (w14 3/15 16 key. 19-21)

    • Far 103:13—Yihowaan kadhannaa keenya hundaaf yeruma sana deebii kan hin kennine maaliifi? (w15 4/15 25 key. 7)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 105:24-45

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) g16.3 10-11—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) g16.3 10-11—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 164-166 key. 3-4—Baratichi wanta barate akkamitti akka hojii irra oolchu akka hubatu gargaari.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 51

  • Wanta Yihowaan Isiniif Godhe Hunda Matumaa hin Irraanfatinaa (Far 103:1-5): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo jw.org irratti baʼee fi Akkaataa Jireenyaa Kootti Hin Gammanne jedhamu taphachiisuudhaan jalqabi. (WAAʼEE KEENYA > HOJIIWWAN jalaa argama.) Achiis gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa: Yihowaa jajachuuf sababii maalii qabna? Gaarummaa Yihowaatiin kan kaʼe gara fuulduraatti eebbawwan akkamii eegganna?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 12 key. 1-12

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 33 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi