LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Hagayya ful. 5
  • Yihowaan Biyyoo Taʼuu Keenya ni Yaadata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Biyyoo Taʼuu Keenya ni Yaadata
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaqa ‘Dhiifama Gochuuf Qophaaʼaa’ Taʼe
    Yihowaatti Dhihaadhu
  • Waaqa “Gara Laafinni Isaa Guddaa” Taʼe Tajaajilla
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • Yihowaan Dhiifama Akka Siif Godhe Amani
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
  • “Abbaan Keessan Oo’a Qabeessa”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2007
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Hagayya ful. 5

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU | FAARFANNAA 102-105

Yihowaan Biyyoo Taʼuu Keenya ni Yaadata

Nama harka isaatti biyyoo qabatee, waaʼee bantii waaqaa urjiidhaan guutamee, waaʼee aduu fi abbaa ilma isaatti garaa laafina argisiisuu xiinxalu

Daawit gaarummaa Yihowaa ibsuuf fakkeenyatti fayyadameera.

  • Bantii waaqaa urjiidhaan guutame

    103:11

    Fageenya bantii waaqaa urjiidhaan guutamee fi lafa gidduu jiru guutummaatti hubachuu akkuma hin dandeenye, gaarummaan Yihowaas hangam akka taʼe hubachuu hin dandeenyu

  • Aduu

    103:12

    Baʼi biiftuu lixa biiftuu irraa akkuma fagaatu, Yihowaan hamma nuti tilmaamnu caalaa cubbuu keenya nu irraa fageessa

  • Abbaa ilma isaatti gara laafina argisiisaa jiru

    103:13

    Akkuma abbaan tokko ilma isaa isa miidhameef garaa laafu, Yihowaan namoota cubbuu hojjetaniin caccabanii bullaaʼanii fi yaada gedderataniif garaa ni laafa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi