LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Fulbaana ful. 2
  • Fulbaan 5-11

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fulbaan 5-11
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Fulbaana ful. 2

Fulbaana 5-11

Faarfannaa 119

  • Faarfannaa 48 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Akka Seera Waaqayyootti Jiraadhaa”: (Daq. 10)

    • Far 119:1-8—Gammachuu dhugaa argachuuf, akka seera Waaqayyootti jiraachuu qabna (w05-AM 4/15 10 key. 3-4)

    • Far 119:33-40—Dubbiin Waaqayyoo ija jabina rakkoowwan nu mudatan damdamachuuf nu barbaachisu nuu kenna (w05-AM 4/15 12 key. 12)

    • Far 119:41-48—Beekumsa Dubbii Waaqayyoo isa sirrii qabaachuun amanannaadhaan lallabuuf nu gargaara (w05-AM 4/15 13 key. 13-14)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Ps 119:71—Rakkoo keessa darbuun gaarii kan taʼu akkamitti? (w06-AM 9/1 14 key. 4)

    • Far 119:105—Dubbiin Waaqayyoo “ibsaa dha” kan jennu maaliifi? (w06-AM 9/1 14 key. 12)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 119:73-93

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda erga taphachiistee booda, yaada ijoo irratti mariʼadhaa. Ittiin lixa mataa isaanii akka qopheeffatan babalʼistoota jajjabeessi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 11

  • “Balbala kan Banan Ijoollee yoo Taʼan Maal Gochuu Qabna?”: (Daq. 5) Haasaadhaan kan dhihaatu.

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10) Yoo barbaaddan, barumsa Kitaaba Waggaa irraa argattan irratti mariʼadhaa. (yb16-E 59-62)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 13 key. 13-25, fi irra deebii boqonnichaa

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 54 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi