Fulbaana 12-18
Faarfannaa 120-134
Faarfannaa 33 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Gargaarsi Koo Waaqayyo Biraa in Dhufa”: (Daq. 10)
Far 121:1, 2—Yihowaan waan hundumaa waan uumeef isatti amanamuu ni dandeenya (w04-AM 12/15 12 key. 3)
Far 121:3, 4—Yihowaan wanta tajaajiltoota isaa barbaachisu dammaqinaan hordofa (w04-AM 12/15 12 key. 4)
Far 121:5-8—Yihowaan Waaqa amanamummaadhaan saba isaa eegu dha (w04-AM 12/15 13 key. 5-7)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Far 123:2—Fakkeenyi waaʼee ‘ija hojjetootaa’ ibsu hiikni isaa maali dha? (w06-AM 9/1 15 key. 3)
Far 133:1-3—Barumsa faarfannaa kana irraa argannu keessaa tokko maali dha? (w06-AM 9/1 16 key. 2)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 127:1–129:8
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) wp16.4 fuula jalqabaa—Nama aareef deebii kenni.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) wp16.4 fuula jalqabaa—Namni sun walgaʼii irratti akka argamu afeeri.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 8 key. 6—Baratichi wanta barate hojii irra akka oolchu gargaari.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Yihowaan Wanta Baayʼee Naaf Godheera: (Daq. 15) Viidiyoo jw.org irratti argamuu fi Yihowaan Wanta Baayʼee Naaf Godheera jedhu taphachiisi. (WAAʼEE KEENYA> HOJIIWWAN jalaa argama.) Gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa: Yihowaan Kiriistaliin kan gargaare akkamitti? Kun hoo maal gochuuf ishii kakaase? Yommuu miirri sirrii hin taane ishiitti dhagaʼamu maal gooti? Muuxannoon Kiriistal kan si gargaare akkamitti?
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 14 key. 1-13
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 21 fi Kadhannaa