LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Fulbaana ful. 4
  • “Gargaarsi Koo Waaqayyo Biraa in Dhufa”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Gargaarsi Koo Waaqayyo Biraa in Dhufa”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Faarfannaawwan Nama Jajjabeessaniifi Nama Barsiisan
    Macaafni Qulqulluun Dhaamsisaa Maalidha?
  • Kana Beektaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Fulbaana ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAARFANNAA 120-134

“Gargaarsi Koo Waaqayyo Biraa in Dhufa”

Faarfannaan 120 hanga 134 Faarfannaawwan Ol Baʼuu jedhamanii beekamu. Namoonni hedduun Israaʼeloonni ayyaanota waggaa waggaatti kabajaman kabajuuf gara Yerusaalem ishii gaarawwan Yihudaa irratti argamtuu yeroo deeman faarfannaawwan kana faarfachaa akka turan amanu.

Israaʼelonni gara Yerusaalemitti yommuu ol baʼan

Eegumsi Yihowaa fakkeenyota armaan gadiitiin ibsameera:

121:3-8

  • Tiksee

    tiksee dammaqaa

  • Gaaddisa mukaa aduu irraa nama eegu

    gaaddisa aduu irraa eegu

  • loltoota

    loltuu amanamaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi