Fulbaana 19-25
Faarfannaa 135-141
Faarfannaa 7 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Akkaataan Itti Uumamne Guddaa Dinqisiisaa Dha”: (Daq. 10)
Far 139:14—Hojiiwwan Yihowaa irratti xiinxaluun dinqisiifannaa isaaf qabnu nuuf dabala (w07 7/1 3 key. 1-4)
Far 139:15, 16—Jiinii fi seelonni keenya humnaa fi ogummaa Yihowaa argisiisu (w07 7/1 5-6 key. 7-11)
Far 139:17, 18—Ilmaan namootaa akkaataan itti qooqa fayyadamanii fi dandeettiin yaaduu isaanii adda isaan godha (w07 7/1 6-7 key. 12-13; w06-AM 9/1 16 key. 7)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Far 136:15—Caqasni kun seenaa seera Baʼuu irra jiru ilaalchisee odeeffannoo dabalataa akkamii kenna? (it-1-E 783 key. 5)
Far 141:5—Daawit Mootichi maal hubatee ture? (w15 4/15 31 key. 1)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 139:1-24
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) wp16.4
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) wp16.4 —Namni sun walgaʼii irratti akka argamu afeeri.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 8 key. 8—Baratichi wanta barate hojii irra akka oolchu gargaari.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Yommuu Geggeessitan Dogoggora Kanneen Irraa Fagaadhaa”: (Daq. 15) Mata duricha irratti erga mariʼattanii booda, viidiyoo kutaa lama qabuu fi qoʼannaan kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu fuula 29, keeyyata 7 irratti hundaaʼe karaa sirrii hin taaneenii fi karaa sirrii taʼeen yommuu geggeeffamu argisiisu taphachiisi. Achiis irratti mariʼadhaa. Babalʼistoonni kitaaba isaanii qabatanii hordofuu qabu. Babalʼistoonni kutaa dhiheessan, dogoggorawwan akkanaa hambisuun isaanii, kutaa isaanii daqiiqaa isaaniif kennamee gaditti xumuruuf akka isaan gargaaru isaan yaadachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 14 key. 14-22 fi irra deebii boqonnichaa
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 35 fi Kadhannaa