LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Onkoloolessa ful. 4
  • Onkoloolessa 17-23

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Onkoloolessa 17-23
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Onkoloolessa ful. 4

Onkoloolessa 17-23

FAKKEENYA 12-16

  • Faarfannaa 11 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Ogummaan Warqee Irra Wayya”: (Daq. 10)

    • Fak 16:16, 17—Namni ogeessi Dubbii Waaqayyo ni qoʼata, hojii irras ni oolcha (w07-AM 7/15 8)

    • Fak 16:18, 19—Namni ogeessi of gurguddisuu fi of bokoksuu irraa ni fagaata (w07-AM 7/15 8-9)

    • Fak 16:20-24—Namni ogeessi dubbii warra kaan jajjabeessu dubbata (w07-AM 7/15 9-10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Fak 15:15—Jireenyatti gammaduu kan dandeenyu akkamitti? (g-AM 11/13 16)

    • Fak 16:4—Yihowaan jalʼoota “sababii uumeef qaba” jechuun kan dandaʼamu akkamitti? (w07-AM 5/15 18-19)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Fak 15:18–16:6

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Yoh 11:11-14—Dhugaa Barsiisaa. Namni sun walgaʼii Dilbataa irratti akka argamu afeeri.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 3: 1-6; Rom 5:12—Dhugaa Barsiisaa. Namni sun walgaʼii Dilbataa irratti akka argamu afeeri.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 191 key. 18-19—Baratichi walgaʼii irratti akka argamu afeeri.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 20

  • “Deebii Gaarii Deebisuun kan Dandaʼamu Akkamitti?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Michuu Yihowaa Taʼi—Deebii Deebisuuf Qophaaʼi jedhu taphachiisi. (JW.ORG irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > IJOOLLEE ykn JW Library irraa kutaa CHILDREN jedhu jalaa argama.) Achiis ijoollee filataman gara waltajjiitti afeeriitii gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Deebii deebisuuf yommuu qophoofnu wantoonni gochuu qabnu afur maal faʼi? Deebii kennuuf carraa argachuu baannus gammadoo taʼuu kan dandeenyu maaliifi?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 16 key. 16-29 saanduqa ful. 164; fi irra deebii boqonnichaa

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 16 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi