LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Onkoloolessa ful. 6
  • Onkoloolessa 24-30

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Onkoloolessa 24-30
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Onkoloolessa ful. 6

Onkoloolessa 24-30

FAKKEENYA 17-21

  • Faarfannaa 39 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Namootaa Wajjin Nagaadhaan Jiraadhaa”: (Daq. 10)

    • Fak 19:11—Yoo aartan iyyuu tasgabbaaʼaa (w14-AM 12/1 12-13)

    • Fak 18:13, 17; 21:13—Haala isaa guutummaatti hubachuuf yaalaa (w11 8/15 30 key. 11-14)

    • Fak 17:9—Namoota isin mufachiisaniif jaalalaan dhiifama godhaa (w11 8/15 31 key. 17)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Fak 17:5—Sababiin wanta ittiin bohaarru ogummaadhaan filachuu itti qabnu tokko maali dha? (w10 11/15 6 key. 17; w10 11/15 31 key. 15)

    • Fak 20:25—Qajeelfamni kun gaaʼelaaf wal qorachuu fi gaaʼelaaf kan hojjetu akkamitti? (w09 5/15 15-16 key. 12-13)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Fak 18:14–19:10

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Waraqaa afeerrii walgaʼiiwwan gumii kenni. (inv)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) inv—Viidiyoo Galma Mootummaa Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisuudhaan xumuri.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 57 key. 14-15—Baratichi walgaʼii irratti yeroo argamutti uffannaa fi akkaataa miidhaginaa isaa fooyyeffachuu akka qabu akka hubatu gargaari.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 35

  • Nagaa Uumuun Eebba Argamsiisa: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Nagaa Uumuun Eebba Argamsiisa jedhamu argisiisi. (JW Library irraa Apply Bible Principles jalaa argama.) Achiis gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Yommuu nagaan booraʼutti nagaa uumuuf tarkaanfiiwwan akkamii fudhachuu qabna? Gorsa Fakkeenya 17:9 fi Maatewos 5:23, 24 irra jiru hojii irra yoo oolchine eebba akkamii arganna?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 17 key. 1-13

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 29 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi