BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAKKEENYA 17-21
Namootaa Wajjin Nagaadhaan Jiraadhaa
Nagaan saba Yihowaa gidduu jiru akkasumaan kan argame miti. Yommuu walitti buʼiinsi uumamu, miirri nutti dhagaʼamu cimaa taʼuu dandaʼus, gorsi Dubbii Waaqayyoo keessa jiru caalaatti cimaa dha.
Yommuu rakkinni uumamu, Kiristiyaanonni amanamoon nagaadhaan jiraachuuf . . .
ni tasgabbaaʼu
deebii kennuu isaanii dura haala isaa guutummaatti hubachuuf yaalu
warra isaan mufachiisaniif jaalalaan dhiifama godhu