BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | YOHAANNIS 13-14
“Ani Fakkeenya Isiniif Ta’eera”
Yesuus miilla ergamoota isaa dhiquudhaan amala gad of qabuu akka horatanii fi hojiiwwan xixinnoo obboolota isaaniitiif akka hojjetan isaan barsiseera.
Haalawwan armaan gadii keessatti amala gad of qabuu argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?
yommuu falmiin ykn wal dhabiinsi uumamu
yommuu gorsi ykn sirreefamni naaf kennamu
yommuu Galma Walgaʼii qulqulleessuun ykn suphuun barbaachisu