LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Onkoloolessa ful. 7
  • Onkoloolessa 31–Sadaasa 6

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Onkoloolessa 31–Sadaasa 6
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Onkoloolessa ful. 7

Onkoloolessa 31–Sadaasa 6

FAKKEENYA 22-26

  • Faarfannaa 41 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Akka Itti Jiraachuun Ta‵u Mucaa Barsiisi!”: (Daq. 10)

    • Fak 22:6; 23:24, 25—Gorsa Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼanii ijoollee leenjisuun yeroo guddatan gaʼeessota gammadoo, milkaaʼina qabanii fi itti gaafatamummaan isaanitti dhagaʼamu akka taʼan gargaara (w08 7/1 24; w07-AM 6/1 31)

    • Fak 22:15; 23:13, 14—Maatii keessatti, jechi “ulee” jedhu adaba gosa hundumaa argisiisa (w97-AM 10/15 32; it-2-E 818 key. 4)

    • Fak 23:22—Ijoollee guguddoon ogummaa warra isaanii irraa faayidaa argachuu dandaʼu (w04-AM 6/15 14 key. 1-3; w00-AM 6/15 21 key. 13)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Fak 24:16—Fakkeenyi kun dorgommii jireenyaaf goonu irratti jabaannee akka dhaabannu kan nu jajjabeessu akkamitti? (w13 3/15 4-5 key. 5-8)

    • Fak 24:27—Fakkeenya kana akkamitti hubachuu qabna? (w09 10/15 12 key. 1)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Fak 22:1-21

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Kaardii teessoo JW.ORG—Karaa al idilee taʼeen lallabi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Kaardii teessoo JW.ORG—Deddeebii gaaffiidhaaf haala mijeessi; viidiyoo Macaafa Qulqulluu Qayyabachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu beeksisuudhaan xumuri.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 179-181 key. 18-19

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 10

  • “Kaardii Teessoo JW.ORG Akka Gaariitti Fayyadamaa Jirtuu?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe taphachiisi; achiis yaada ijoo irratti mariʼadhaa. Babalʼistoonni yeroo hunda kaardii muraasa akka of harkaa qabaatan jajjabeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 17 key. 14-22, fi irra deebii boqonnichaa

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 36 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi