LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Onkoloolessa ful. 7
  • “Akka Itti Jiraachuun Ta’u Mucaa Barsiisi!”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Akka Itti Jiraachuun Ta’u Mucaa Barsiisi!”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Warra Kan Taatan Ijoollee Keessan Jaalalaan Leenjisaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2007
  • Adaba Buʼaa Gaarii Argamsiisu
    Dammaqaa!—2015
  • Adabni Jaalala Waaqayyo Nuuf Qabu Argisiisa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • Ijoollee Keessan Xinnummaasaaniitii Kaasaa Leenjisaa
    Maatiin Gammachuu Argachuu Kan Danda’u Akkamitti?
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Onkoloolessa ful. 7

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAKKEENYA 22-26

“Akka Itti Jiraachuun Ta’u Mucaa Barsiisi!”

Haati intala ishii wajjin kitaaba maramaa dubbisaa jirti; abbaa fi ilmi immoo suphee dhaʼaa jiru

Kitaabni Fakkeenyaa warraaf gorsa gaarii kenna. Damee mukaa tokko xinnoo taʼee utuu jiruu karaa qabsiisuun guddina isaa irratti dhiibbaa gaarii akkuma geessisu, ijoollee leenjisuunis yeroo guddatan Yihowaa tajaajiluuf fedhii akka qabaatan gargaara.

22:6

  • Nama mukti tokko sirriitti akka guddatuuf karaa qabsiisaa jiru

    Ijoollee sirriitti leenjisuun yeroo fi carraaqqii guddaa gaafata

  • Warri ijoollee isaaniitiif fakkeenya gaarii taʼuu qabu; akkasumas isaan barsiisuu, gorsuu, jajjabeessuu fi adabuu qabu

22:15

  • Adabbiin leenjii sammuu fi garaa sirreessuuf jaalala irratti hundaaʼee kennamu dha

  • Ijoolleen adabbiin garaa garaa isaan barbaachisa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi