LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Sadaasa ful. 6
  • Sadaasa 21-27

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 21-27
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Sadaasa ful. 6

Sadaasa 21-27

LALLABA 7-12

  • Faarfannaa 41 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Bara Dargaggummaa Keetti Uumaa Kee Yaadadhu!”: (Daq. 10)

    • Lal 12:1—Dargaggoonni yeroo fi humna isaanii Waaqayyoon tajaajiluuf itti fayyadamuu qabu (w14 1/15 18 key. 3; 22 key. 1)

    • Lal 12:2-7—Dargaggoonni “barri hamaa” dullumaa wajjin dhufu haala isaanii hin daangessu (w08 11/15 23 key. 2; w06-AM 11/1 16 key. 8)

    • Lal 12:13, 14—Yihowaa tajaajiluun jireenya kaayyoo qabu jiraachuuf gargaara (w11-AM 11/1 21 key. 1-6)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Lal 10:1—‘Gowwummaa xinnoon ogummaa kan balleessu’ akkamitti? (w06-AM 11/1 16 key. 4)

    • Lal 11:1—“Midhaan kee bishaan irra ceesisi” jechuun hiika maalii qaba? (w06-AM 11/1 16 key. 6)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Lal 10:12–11:10

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) 2Xi 3:1-5 —Dhugaa Barsiisaa.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 44:27–45:2 —Dhugaa Barsiisaa.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 25-26 key. 18-20—Baratichi walgaʼii irratti akka argamu afeeri.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 1

  • “Dargaggootaa—‘Balbala Balʼaaʼ Isiniif Banameen Ol Seenuu Irraa Duubatti hin Jedhinaa”: (Daq. 15) Viidiyoo Dargaggootaa—Yihowaan Isin Jaallata jedhu taphachiisi. Achiis mata duricha irratti mariʼadhaa.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 19 key. 1-16

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 148 fi Kadhannaa

    Hubachiisa: Faarfachuu keessan dura muziqaa isaa takkaa dhageessisaa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi