BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LALLABA 7-12
“Bara Dargaggummaa Keetti Uumaa Kee Yaadadhu!”
Dargaggummaa keessanitti dandeettii keessan Uumaa keessan tajaajiluuf itti fayyadamuudhaan isa yaadadhaa
Dargaggoonni hedduun fayyaa fi humna hojiiwwan ulfaatoo taʼan hojjechuuf isaan dandeessisu qabu
Dargaggoonni, dullumni utuu isaan hin daangessin yeroo fi humna isaanii Waaqayyoon tajaajiluuf itti fayyadamuu qabu
Solomoon rakkina dullumni fidu fakkeenyaan ibseera
Lakkoofsa 3, NW: “Durboonni karaa foddaa ilaalanis itti dimimmisaa’a”
Dandeettiin arguu ni hir’ata
Lakkoofsa 4, NW: “Ijoolleen durbaa sagalee isaanii gad qabanii faarfatu”
Dandeettiin dhagaʼuu ni hirʼata
Lakkoofsa 5, NW: ‘Firiin biqiltuu goraa fakkaatuu ni baqaqa’
Fedhiin nyaataa ni hirʼata