LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Muddee ful. 5
  • “Kunoo, Ani Jira, Ana Ergi!”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Kunoo, Ani Jira, Ana Ergi!”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Aarsaa Dhuunfaa Yihowaadhaaf Kaffalaniiru
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mootummichaaf Aarsaa Ni Kaffaltuu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Iddoo Gargaarsi Caalaatti Barbaachisu Deemaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • ‘Dhugaa Isa Bifa Macaafaatti Qophaaʼerraa’ Baradhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Muddee ful. 5

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

“Kunoo, Ani Jira, Ana Ergi!”

Maatiin Wiiliyaam qophii godhee gara biyya kan biraa deemeera

Amalli tole jechuu Isaayaas qabu hordofamuu kan qabu dha. Odeeffannoo guutuu kan hin arganne taʼu illee, amantii argisiiseera; akkasumas battalumatti tole jedheera. (Isa 6:8) Ati hoo bakka labsitoonni Mootummichaa caalaatti barbaachisan dhaqxee tajaajiluuf haala kee irratti jijjiirama gochuu ni dandeessaa? (Far 110:3) Jijjiirama akkasii gochuu kee dura, ‘dura teessee qarshii gaʼaa qabaachuu kee shallaguu’ akka qabdu beekamaa dha. (Luq 14:27, 28) Taʼus, hojii lallabaatiif jecha aarsaa kaffaluuf fedhii qabaadhu. (Mat 8:20; Mar 10:28-30) Akkuma viidiyoo Bakka Gargaarsi Caalaatti Barbaachisu Dhaqanii Tajaajiluu jedhamu irratti ibsame eebbii Yihowaa tajaajiluudhaan argannu aarsa kaffallu kam iyyuu baayʼee caala.

VIIDIYICHA ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBIISAA:

  • Miseensoonni maatii Wiiliyaamsi Ikuwaador dhaqanii tajaajiluuf maalfaa aarsaa godhaniiru?

  • Bakka dhaqanii tajaajilan yommuu filatanitti wantoonni isaan tilmaama keessa galchan maalfaʼi?

  • Eebbawwan akkamii argatan?

  • Bakka gargaarsi caalaatti barbaachisu ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuu kan dandeessan eessaa ti?

WAAQEFFANNAA MAATII KEESSAN ITTI AANU IRRATTI, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII IRRATTI MARIʼADHAA:

  • Akka maatiitti tajaajila keenya balʼifachuu kan dandeenyu akkamitti? (km 8/11 4-6)

  • Bakka gargaarsi caalaatti barbaachisu dhaqnee tajaajiluu hin dandeenyu yoo taʼe, karaawwan kamiin gumii keenya gargaaruu dandeenya? (w16.03 23-25)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi