LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Muddee ful. 6
  • Muddee 19-25

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Muddee 19-25
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Muddee ful. 6

Muddee 19-25

Isaayaas 11-16

  • Faarfannaa 143 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Lafti Beekumsa Yihowaatiin ni Guutamti”: (Daq. 10)

    • Isa 11:3-5—Qajeelinni bara baraaf dagaaga (ip-1-AM 160-161 key. 9-11)

    • Isa 11:6-8—Ilmaan namootaa fi bineensota gidduu nagaan ni jiraata (w12 9/15 9-10 key. 8-9)

    • Isa 11:9—Ilmaan namootaa hundi waaʼee karaawwan Yihowaa ni baratu (w16.06 8 key. 9; w13 7/1 14)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Isa 11:1, 10—Yesuus Kiristos “hidda Iseyi,” akkasumas damee ‘hundee Iseyi keessaa baʼu’ taʼuu kan dandaʼu akkamitti? (w06-AM 12/1 9 key. 5)

    • Isa 13:17—Warri Medoon meetii akka tuffatanii fi warqee akka hin jaallanne kan dubbatame maaliifi? (w06-AM 12/1 10 key. 10)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 13:17–14:8

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Iyo 34:10—Dhugaa Barsiisaa.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Lal 8:9;1Yoh 5:19—Dhugaa Barsiisaa.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 54 key. 9—Akkamitti garaa baratichaa tuquun akka dandaʼamu argisiisi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 24

  • “Barumsi Waaqayyoo Halaalatti Nama Jibbuu ni Injifata”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Joonii fi Giidewon: Yeroo Tokko Diina Turan, Amma Garuu Obbolaa Waliif Taʼaniiru (viidiyoo jalaa kutaa INTERVIEWS AND EXPERIENCES jedhu jalatti argama).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 21 key. 1-12

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 151 fi Kadhannaa

    Hubachiisa: Faarfachuu keessan dura muuziqaa isaa takkaa dhageessisaa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi