LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Muddee ful. 7
  • Lafti Beekumsa Yihowaatiin ni Guutamti

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Lafti Beekumsa Yihowaatiin ni Guutamti
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Jannata Keessatti Wal Argina!”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • Jijjiirama Gootaniittuu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Mootummichi Fedhi Waaqayyoo Lafarratti Akka Raawwatamu Godha
    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Muddee ful. 7

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ISAAYAAS 11-16

Lafti Beekumsa Yihowaatiin ni Guutamti

Mucaa Jannata keessatti bineensota gidduu taphachaa jiru

11:6-9

Raajiin kun Israaʼelota irratti kan raawwatame akkamitti?

  • Boojuu Baabilonii gara mana isaaniitti yommuu deebiʼanis taʼe, biyya isaanii keessatti bineensota bosonaa ykn namoota amala bineensotaa qaban sodaachuu hin qaban turan.—Iz 8:21, 22

Raajiin kun bara keenyatti kan raawwatame akkamitti?

  • Beekumsi Yihowaa irraa argamu amalli namootaa akka jijjiiramu godha. Namoonni duraan hamoota turan naga qabeeyyii taʼaniiru. Beekumsi Waaqayyoo addunyaa maratti jannanni hafuuraa akka uumamu godheera

Raajiin kun gara fuulduraatti kan raawwatamu akkamitti?

  • Guutummaan lafaa kaayyoo Waaqayyo isa jalqabaa wajjin haala walsimuun jannata tasgabbii fi nagaan keessa guutetti jijjiiramti. Namnis taʼe bineensi, uumamni kam iyyuu nama hin doorsisu

Beekumsi Waaqayyoo Phaawulosiin jijjiireera

  • Yeroo Fariisii turetti amala akka bineensaa qaba ture.—1Xim 1:13

  • Beekumsi sirriin amala isaa jijjiireera.—Qol 3:8-10

Phaawulos ergamaan aarii isaa dhiisee nama gaarii taʼe
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi