LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Amajjii ful. 5
  • Hisqiyaas Amantii Qabaachuu Isaatiin Eebba Argateera

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hisqiyaas Amantii Qabaachuu Isaatiin Eebba Argateera
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Hin Sodaatin! Ani Sin Gargaaraʼo”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • Waaqayyo Hisqiyaas Mooticha Gargaare
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Geggeessituu Torbaafi Gurguddaa Namaa Saddeet​—nuuf Hiika Maalii Qabu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Amajjii ful. 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ISAAYAAS 34-37

Hisqiyaas Amantii Qabaachuu Isaatiin Eebba Argateera

Rabshaaqee fi namoota isaa dallaa Yerusaalem ala dhaabatanii

Mootii Asorotaa kan taʼe Senaaheriib Yerusaalem harka akka kennitu dirqisiisuuf Rabshaaqee gara ishiitti erge. Asoronni Yihudoota humna buusuu fi waraana malee harka akka kennan gochuuf yaadawwan nama gowwoomsan adda addaatti fayyadamuuf yaalaniiru.

  • Loltoota Asor dallaa Yerusaalem ala dhaabatanii

    Kophaatti Akka Hafan Dubbachuu. Gibxiin isin hin gargaartu. —Isa 36:6

  • Namoonni hundi shakkiidhaan guutamaniiru

    Shakkii. Yihowaan waan isinitti gaddeef isiniif hin lolu. —Isa 36:7, 10

  • Raayyaa waraanaa Asor

    Doorsisa. Loltoota Asor warra humna guddaa qaban dura dhaabachuuf illee carraa hin argattan.—Isa 36:8, 9

  • Mana guddaa fi maasii midhaanii

    Qorumsa. Warra Asoriif yoo harka kennitan jireenyi keessan ni fooyyaʼa.—Isa 36:16, 17

Hisqiyaas Yihowaa irratti amantii cimaa akka qabu argisiiseera

37:1, 2, 14-20,36

  • Magaalattiin weerara ishiitti dhufaa tureef hamma tokko akka of qopheessitu godheera

  • Yihowaan akka isaan oolchu kadhannaa dhiheesseera; sabichis akkasuma akka godhu jajjabeesseera

  • Yihowaan yommuu maleekaa isaa ergee loltoota Asor 185,000 taʼan akka ajjeesu yommuu godhetti amantii argisiiseef eebba argateera

    Hisqiyaas utuu kadhatuu fi maleekaan Yihowaa billaa qabatee
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi