LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Guraandhala ful. 2
  • Guraandhala 6-12

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 6-12
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Guraandhala ful. 2

Guraandhala 6-12

ISAAYAAS 47-51

  • Faarfannaa 89 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaadhaaf Ajajamuun Eebba Argamsiisa”: (Daq. 10)

    • Isa 48:17—Waaqeffannaan dhugaa qajeelfama Waaqayyootiif ajajamuu irratti kan hundaaʼe dha (ip-2-AM 131 key. 18)

    • Isa 48:18—Yihowaan nu jaallata, jireenyatti akka gammannus ni barbaada (ip-2-AM 131 key. 19)

    • Isa 48:19—Ajajamuun eebba bara baraa argamsiisa (ip-2-AM 132 key. 20-21)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Isa 49:6—Tajaajilli Masiihichi lafa irratti raawwate Israaʼelootaaf qofa taʼus, “saba lafa irraatiif ifa” taʼuu kan dandaʼu akkamitti? (w07-AM 1/15 10 key. 1)

    • Isa 50:1—Yihowaan, “Caaffanni ani ittiin haadha keessan gad dhiise meerree?” jedhee Israaʼeloota kan gaafate maaliifi? (it-1-E 643 key. 4-5)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 51:12-23

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) “Ittiin Lixa” irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda erga taphachiistee booda, yaada ijoo isaa irratti mariʼadhaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 135

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 7) Akka filannaatti, barumsawwan Kitaaba Waggaa irraa argaman irratti mariʼadhaa. (yb16-E 144-145)

  • Michuu Yihowaa Taʼi—Yihowaadhaaf Ajajami: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Michuu Yihowaa Taʼi—Yihowaadhaaf Ajajami jedhu taphachiisuudhaan jalqabi (IJOOLLEE jalaa argama). Achiis gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa: Sababii guddaan Yihowaadhaaf itti ajajamnu maal taʼuu qaba? (Fak 27:11) Karaawwan ijoolleen Yihowaadhaaf itti ajajaman tokko tokko kamfaʼi? Karaawwan gaʼeessonni Yihowaadhaaf itti ajajaman tokko tokko hoo kamfaʼi?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr Xalayaa Qaama Ol Aanaa Irraa Ergamee fi boq. 1 key. 1-10

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 23 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi