LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Guraandhala ful. 1
  • Ittiin Lixa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Lixa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • DAMMAQAA!
  • DHUGAA BARSIISAA
  • DAANDII JIREENYA BARABARAATTI GEESSU—ARGATTEETTAA? (ol)
  • ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU
  • Ittiin Lixa tajaajilaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Guraandhala ful. 1
Obboleettiin shamarreen tokko ijoollee kutaa ishiitiif barreeffama waaʼee uumamaa ibsu yommuu dhiheessitu

Shamarreen obboleettii taate tokko ijoollee kutaa ishiitiif barreeffama waaʼee uumamaa ibsu dhiheessaa jirti

Ittiin Lixa

DAMMAQAA!

Dammaqaa! Lakk. 1 2017 | Dargaggoonni Maaliif Dhiphatu? Furmaanni Isaa Maali Dha?

Gaaffii: Gabaasonni dhihaatan lakkoofsi dargaggoota umurii waggoota kurnanii dhukkuba dhiphinaatiin qabamanii haala nama naasisuun dabalaa jiraachuu isaa ibsu. Rakkina kana ilaalchisee wanti gochuu dandeenyu waan jiru sitti fakkaata?

Barreeffamicha Kennuuf: Barruun kun dargaggoonni umurii waggoota kurnanii keessa jiran dhukkuba dhiphinaa damdamachuu kan dandaʼanii akkamitti akka taʼe ibsa; akkasumas warri ijoollee isaanii akkamitti isaan gargaaruu akka dandaʼan ibsa.

DHUGAA BARSIISAA

Kitaaba Qulqulluu banamaa

Gaaffii: Gaaʼelli gammachuu akka qabaatu kan taasisu maali dha?

Caqasa: Efe 5:33

Dhugaa: Gaaʼelli jaalalaa fi wal kabajuu irratti kan hundaaʼe yoo taʼe ni dagaaga.

DAANDII JIREENYA BARABARAATTI GEESSU—ARGATTEETTAA? (ol)

Daandii Jireenya Barabaraatti Geessu—Argatteettaa?

Gaaffii: Namoonni hedduun dhaabbileen amantii hundi Waaqayyo duratti fudhatama qabu jedhanii amanu? Ati hoo maal sitti fakkaata?

Caqasa: Mat 7:13, 14

Barreeffamicha Kennuuf: Caqasni kun akka argisiisutti daandii lama qofatu jira: Inni tokko gara jireenyaatti, inni kaan immoo gara badiisaatti geessa. Birooshurri kun daandii gara jireenya bara baraatti geessu akkamitti argachuu akka dandeessu ibsa.

ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU

Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi