LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Amajjii ful. 1
  • Akkaataa Dhiheenyaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akkaataa Dhiheenyaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • MASARAA EEGUMSAA
  • MASARAA EEGUMSAA (fuula dhumaa)
  • MISIRAACHOO WAAQAYYO BIRAA DHUFE!
  • ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU
  • Ittiin Lixa tajaajilaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Amajjii ful. 1
Obboleettota Maadaagaaskaar keessatti birooshura Misiraachoo jedhamutti fayyadamaa jiran

Obboleettota Maadaagaaskaar keessatti birooshura Misiraachoo jedhamutti fayyadamaa jiran

Ittiin Lixa

MASARAA EEGUMSAA

Qola barruu Masaraa Eegumsaa, Amajjii 2016 | Amanamaa Taʼuu Kan Qabdu Maaliifi?

Gaaffii: Namni hundi qajeelfama kanaan utuu jiraatee addunyaan kun jireenyaaf mijataa kan taʼu sitti hin fakkaatuu?

Caqasa: Tit 2:10

Barreeffamicha Kennuuf: Kitaabni Qulqulluun waan hunda irratti amanamoo akka taanu nu gorsa. Kanaaf jireenya keenya keessatti gama hundaan amanamoo taʼuu qabna. Masaraan Eegumsaa jiʼa kanaa yaada kana irratti xiyyeeffata.

MASARAA EEGUMSAA (fuula dhumaa)

Gaaffii: Gaaffii kana ilaalchisee yaada ati qabdu utuun beekee natti tola. [Gaaffii jalqabaa dubbisi.] Namoonni tokko tokko bifa kan biraatiin jiraanna kan jedhan siʼa taʼu, warri kaan immoo duuti dhuma waan hundumaa ti jedhu. Ati maal jettee amanta?

Caqasa: Lal 9:5

Barreeffamicha Kennuuf: Mata dureen kun Kitaabni Qulqulluun kana ilaalchisee maal akka jedhu ibsa. Maaliif fudhattee hin dubbistu? Achiis yeroo gara biraa irratti mariʼachuu dandeenya.

MISIRAACHOO WAAQAYYO BIRAA DHUFE!

Qola barruu Dammaqaa!, Amajjii 2016 | Ilaalchi Kee Jijjiirama Ni Fida!

Barreeffamicha Kennuuf: Kanan dhufe kaffaltii malee Kitaaba Qulqulluu akka qoʼachiisnu sitti himuufi. Birooshurri kun gaaffiiwwan guguddaa kaʼaniif Kitaaba Qulqulluu keessaa deebii argachuuf si dandeessisa.

Gaaffii: Kitaaba Qulqulluu dubbistee beektaa? Barumsawwan achi keessatti argaman hammam akka salphaa taʼan birooshura kana irraa sitti argisiisuu? [Gaaffii 1⁠ffaa barumsa 2⁠ffaa irra jiru irratti mariʼadhaa.]

Caqasa: Mul 4:11

ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU

Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi