LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Amajjii ful. 1
  • Ittiin Lixa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Lixa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • MASARAA EEGUMSAA
  • DHUGAA BARSIISAA
  • MISIRAACHOO WAAQAYYO BIRAA DHUFE!
  • ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU
  • Ittiin Lixa tajaajilaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Amajjii ful. 1
Dhugaa Baatota Yihowaa Gaanaatti misiraachicha lallabaa jiran

Gaanaatti misiraachoon yommuu lallabamu

Ittiin Lixa

MASARAA EEGUMSAA

Masaraa Eegumsaa Lakk. 1 2017 | Kitaaba Qulqulluu Irraa Caalaatti Faayidaa Argachuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?

Gaaffii: Namoonni tokko tokko Kitaabni Qulqulluun yeroon kan itti darbe dha jedhu, kaan immoo amma iyyuu faayidaa akka qabu amanu. Ati hoo maal sitti fakkaata?

Caqasa: 2Xi 3:16, 17

Barreeffamicha Kennuuf: Maxxansi Masaraa Eegumsaa kun ogummaa fi yaadawwan dubbisa Kitaaba Qulqulluu keenya irraa argannu ilaalchisee fakkeenya kenna.

DHUGAA BARSIISAA

Kitaaba Qulqulluu banamee jiru

Gaaffii: Badiisni addunyaa dhihoo dha?

Caqasa: Mat 24:3, 7, 14

Dhugaa: Raajiin Kitaaba Qulqulluu bara dhumaa keessa jiraachaa akka jirru argisiisa. Yeroo gaariin dhufaa akka jiru beekuun garuu oduu gammachiisaa dha.

MISIRAACHOO WAAQAYYO BIRAA DHUFE!

Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe!

Barreeffamicha Kennuuf: Kanan dhufe kaffaltii malee Kitaaba Qulqulluu akka qoʼachiisnu sitti himuufi.

Barreeffamicha Kennuuf: Birooshurri kun gaaffiiwwan guguddaa kaʼaniif Kitaaba Qulqulluu keessaa deebii argachuuf si gargaara.

Gaaffii: Kitaaba Qulqulluu dubbistee beektaa? Barumsawwan achi keessatti argaman hammam akka salphaa taʼan birooshura kana irraa sitti argisiisuu? [Barumsa 2⁠ffaa irraa gaaffii 1⁠ffaa irratti mariʼadhaa.]

ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU

Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi