LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Adoolessa ful. 1
  • Ittiin Lixa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Lixa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • MASARAA EEGUMSAA
  • MASARAA EEGUMSAA(fuula dhumaa)
  • MISIRAACHOO WAAQAYYO BIRAA DHUFE!
  • ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Adoolessa ful. 1
[Fakkii fuula 1 rra jiru]

Kaameruunitti dubartii baala shaayii funaantutti misiraachichi yommuu himamu

Ittiin Lixa

MASARAA EEGUMSAA

Gaaffii: Kitaabni Qulqulluun Waaqayyo biraa dhufe taanaan, yaalii isa balleessuuf godhamu kam irraa iyyuu ooluu waan qabu sitti hin fakkaatuu?

Caqasa: Isa 40:8

Barreeffamicha Kennuuf: Barruun kun seenaa dinqisiisaa Kitaabni Qulqulluun yaalii isa balleessuuf godhame irraa akkamitti akka oole ibsu qabateera.

MASARAA EEGUMSAA(fuula dhumaa)

Gaaffii: Gaaffii kana ilaalchisee yaada akkamii qabda? [Gaaffii jalqabaa fuula 16 irra jiru dubbisi.] Namoonni tokko tokko Waaqayyo maqaa hin qabu jedhu; kaan immoo maqaan isaa Waaqayyo ykn Gooftaa akka taʼe dubbatu; kaanis maqaa hedduu qaba jedhu. Ati hoo maal jetta?

Caqasa: Far 83:18, fuula 387 ilaali.

Barreeffamicha Kennuuf: Barruun kun mata duree kana ilaalchisee wanta Kitaabni Qulqulluun dubbatu ibsa. Yeroo kan biraa dhufee dhimma kana irratti utuu mariʼannee natti tola.

MISIRAACHOO WAAQAYYO BIRAA DHUFE!

Gaaffii: Namoonni hedduun raajii Kitaaba Qulqulluu dubbisuun gaazexaa dubbisuu wajjin tokko dha jedhu. Wanta raajiidhaan dubbatame kana keessaa inni kam yommuu raawwatamu argite ykn dhageesse?

Caqasa: 2Xi 3:1-5

Barreeffamicha Kennuuf: Birooshurri kun haalli kun namoota Waaqayyoon jaallataniif misiraachoo kan taʼe maaliif akka taʼe ibsa. [Barumsa 1, gaaffii 2⁠ffaa ibsi.]

ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU

Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi