LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 83
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa yeroo diinonni dhufanitti dhihaate

        • “Yaa Waaqayyo, calluma hin jedhin” (1)

        • Diinota akka sokorruu gaggaragaluu taʼan (13)

        • Maqaan Waaqaa Yihowaa dha (18)

Faarfannaa 83:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 20:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2008, ful. 12-13

Faarfannaa 83:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 28:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2008, ful. 13

Faarfannaa 83:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “mataa isaanii ol qabaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 2:1, 2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2008, ful. 13

Faarfannaa 83:3

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Warra dhokfaman.”

Faarfannaa 83:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 1:8-10; 2Se 20:1; As 3:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2008, ful. 13-14

Faarfannaa 83:5

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Garaa tokkoon wal gorsu.”

  • *

    Ykn., “kakuu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 10:6; Isa 7:2, 5

Faarfannaa 83:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 20:1, 10
  • +1Se 5:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2008, ful. 13

Faarfannaa 83:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 49:2
  • +Bau 15:14; Fr 60:8
  • +Amo 1:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2008, ful. 13

Faarfannaa 83:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “irree taʼu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:5
  • +Uma 19:36-38; Kes 2:9

Faarfannaa 83:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “laga gogaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 8:10, 12
  • +Abo 4:2, 7, 15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2008, ful. 14-15

Faarfannaa 83:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 17:11

Faarfannaa 83:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Geggeessitoota.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 7:25
  • +Abo 8:21

Faarfannaa 83:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2008, ful. 13-14

Faarfannaa 83:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 17:13

Faarfannaa 83:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 144:5; Nho 1:6

Faarfannaa 83:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 30:30
  • +Fr 11:6

Faarfannaa 83:16

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “guuti.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2008, ful. 15

Faarfannaa 83:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2008, ful. 15-16

Faarfannaa 83:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 6:3; Fr 68:4; Isa 42:8; 54:5
  • +Fr 59:13; 92:8; Dan 4:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 4

    Dammaqaa!,

    Lakk. 1 2021, ful. 14

    Barumsa Macaafa Qulqulluu, ful. 195

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2011, ful. 16

    10/15/2008, ful. 16

Yaada Wal Simu

Far. 83:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru2Se 20:14
Far. 83:1Fr 28:1
Far. 83:2Fr 2:1, 2
Far. 83:4Bau 1:8-10; 2Se 20:1; As 3:6
Far. 83:52Sa 10:6; Isa 7:2, 5
Far. 83:62Se 20:1, 10
Far. 83:61Se 5:10
Far. 83:7Er 49:2
Far. 83:7Bau 15:14; Fr 60:8
Far. 83:7Amo 1:9
Far. 83:82Mo 17:5
Far. 83:8Uma 19:36-38; Kes 2:9
Far. 83:9Abo 8:10, 12
Far. 83:9Abo 4:2, 7, 15
Far. 83:10Iya 17:11
Far. 83:11Abo 7:25
Far. 83:11Abo 8:21
Far. 83:13Isa 17:13
Far. 83:14Fr 144:5; Nho 1:6
Far. 83:15Isa 30:30
Far. 83:15Fr 11:6
Far. 83:18Bau 6:3; Fr 68:4; Isa 42:8; 54:5
Far. 83:18Fr 59:13; 92:8; Dan 4:17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 83:1-18

Faarfannaa

Faarfannaa. Faarfannaa Asaaf.+

83 Yaa Waaqayyo, calluma hin jedhin;+

Yaa Waaqayyo, hin callisin yookiin dhaabbattee hin ilaalin.

 2 Sababiin isaas, kunoo diinonni kee wacaa jiru;+

Warri si jibbanis gocha of tuulummaa raawwachaa* jiru.

 3 Isaan haxxummaadhaan dhoksaatti saba kee irratti mala qopheessu;

Warra siif iddoo guddaa qaban* irrattis ni mariʼatu.

 4 “Maqaan Israaʼel kana booda akka hin yaadatamnetti,

Kottaa, sabicha haa balleessinu” jedhu.+

 5 Tokko taʼanii tooftaa qopheessu;*

Si mormuudhaan walii galtee* uumaniiru;+

 6 Dunkaanonni Edoom, Ishmaaʼelonni, Moʼaab,+ Haggaaronni,+

 7 Geebaal, Amoon,+ Amaaleq,

Akkasumas Filisxeem+ jiraattota Xiirosii+ wajjin taʼanii si mormu.

 8 Asooris+ isaanitti makamteetti;

Isaan ilmaan Looxiif+ deggersa godhu.* (Seelaa)

 9 Akkuma Miidiyaan+ irratti goote,

Akkuma laga* Qiishoon biratti Siseeraa fi Yaabiin irratti goote isaan irrattis godhi.+

10 Isaan Een Dooritti+ balleeffamaniiru;

Lafattiidhaafis dikee taʼaniiru.

11 Guguddoota isaanii akkuma Oreebii fi Zeʼeeb,+

Bulchitoota* isaaniis akkuma Zeebaa fi Zaalmunaa+ godhi.

12 Sababiin isaas isaan, “Biyya isa Waaqayyo keessa jiraatu dhaalaan haa fudhannu” jedhaniiru.

13 Yaa Waaqa koo, akka sokorruu gaggaragaluu,+

Akka hoffaa bubbeedhaan fudhatamuus isaan godhi.

14 Akka ibidda bosona gubuu,

Akka labooba gaarota waxaluus isaan godhi;+

15 Obomboleettii keetiin isaan duukaa buʼi,+

Bubbee kee isa cimaadhaanis isaan naasisi.+

16 Yaa Yihowaa, maqaa kee akka barbaaddataniif,

Fuula isaanii salphinaan haguugi.*

17 Isaan bara baraaf haa qaanaʼan, haa naʼanis;

Haa salphatan, haa badanis;

18 Ati inni maqaan kee Yihowaa taʼe,+

Guutummaa lafaa irratti kophaa kee Isa Hundaa Olii+ taʼuu kee namoonni haa beekan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi