LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Ebla ful. 1
  • Ittiin Lixa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Lixa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • MASARAA EEGUMSAA
  • MASARAA EEGUMSAA (fuula dhumaa)
  • Barumsa Macaafa Qulqulluu
  • ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Ebla ful. 1
Namoota Walgaʼii Biyyoolessaa Dhugaa Baatota Yihowaa bara 2014⁠tti, Niiwu Jarsii, Yunaayitid Isteetisitti geggeeffame irratti argaman

Obbolootaa fi obboleettota walgaʼii biyyoolessaa bara 2014⁠tti, Niiwu Jarsii, Yunaayitid Isteetisitti geggeeffame irratti argaman

Ittiin Lixa

MASARAA EEGUMSAA

Barruu Masaraa Eegumsaa, Lakk. 2 2016 | Yesus kan Dhiphatee fi kan Duʼe Maaliifi?

Gaaffii: Yaada caqasa kana irra jiru beektaa?

Caqasa: Yoh 3:16

Barreeffamicha Kennuuf: Maxxansi Masaraa Eegumsaa kun Yesus dhiphachuu fi duʼuun isaa akkamitti akka si fayyaduu dandaʼu ibsa.

MASARAA EEGUMSAA (fuula dhumaa)

Gaaffii: Mee gaaffii kanaaf deebiiwwan yeroo baayʼee kennaman qalbeeffadhu. [Gaaffii jalqabaa fi deebiiwwan kennaman sadan dubbisi.] Ati hoo maal jetta?

Caqasa: Mat 4:1-4

Barreeffamicha Kennuuf: Diiyaabilos Yesusii wajjin kan dubbatee fi kan isa qore erga taʼee, Diiyaabilos amala hammeenyaa qofa miti jechuu dha. Kitaabni Qulqulluun Diiyaabilosiin ilaalchisee wanta ibsu kan biraa qabaa? Mata dureen kun dhimma kana irratti ibsa balʼaa kenna.

Barumsa Macaafa Qulqulluu

Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?

Gaaffii: Namoonni Waaqayyootti amanan hedduun gara isaatti akka dhihaatan isaanitti dhagaʼama. Kitaabni Qulqulluun Waaqayyootti akka dhihaannu kan nu afeeru taʼuu isaa beektaa?

Gaaffii: Yaq 4:8a

Barreeffamicha Kennuuf: Kitaabni kun Kitaaba Qulqulluutti fayyadamuudhaan waaʼee Waaqayyoo caalaatti barachuuf akka nu gargaaruuf kan qophaaʼe dha. [Kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu boqonna 1 ibsi.]

ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU

Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi